Gola Aartiin Jaalaalan


Channel's geo and language: India, Tamil
Category: Music


๐ŸŽค Sirbota Oromo Haaraa
๐Ÿ“ผ Sirbota Oromo Durii
๐Ÿ“ท Suraawwan Garagaraa
๐Ÿ“– Senaa Gototaa
๐Ÿ“„ Walalo Adda addaa
Waluuma galaatii Aartii oromootif Kan hundaa'ee chanaalin kuun.Aartiistota yaa jajjaabbeesuun

๐Ÿ“ Yaada yoo qabaattani
๐Ÿ—ž @seenessame

Related channels

Channel's geo and language
India, Tamil
Category
Music
Statistics
Posts filter






Warroonii koomi dhiyeefachuu barbadaan ykn na jajabbeesuu barbaadaan Kara kanan na dubbisaa๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž๐Ÿ‘Ž
@seenessame
@seenessame




Forward from: New Oromic music




Forward from: New Oromic music








Forward from: New Oromic music




Forward from: New Oromic music




Forward from: New Oromic music






Baga ittin sin gahee




Forward from: Zak Dube
Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa โ€“ Gurraacha-Diimaa-Adii

Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikkaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha.

Hiikawwan buufata halluu alaabaa

A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha: Olaantummaa Waaqati. Oromoon Waaqni gurraacha jedheeti amana. Huurriin bokkaa qabu guraacha, qaroon ijaa, illi (agartuun) gurraacha. Gurraachi kabajaaf angafummaa, badhaadhummaafi waan hedduu of keessaa qaba.

B. Hiikni buufata halluu #diimaa: Gaโ€™anii, bilchaatanii, guutanii argamuufi gootummaadhaan mirga lammiitiif wareegamuu bakka buโ€™a. Waanti hedduun yeroosaa eeggatee gaโ€™uufi ija guutuu isaa agarsiisa.

C. Hiikni buufata halluu #adii: Xumuramuu yookiin raawwachuu agarsiisa. Hurriin rooba hinqabne adiidha. Dabbasaan (rifeensi) nama dulloomee harriin adiidha, daaraan adiidha, lafee gogaan adiidha. Kanaaf adiin mallattoo raawwachuu ykn xumuramuuti.
Via Miessa Roba

20 last posts shown.

8 379

subscribers
Channel statistics