TGStat
TGStat
Введите текст для поиска
Расширенный поиск каналов
  • flag Russian
    Язык сайта
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Вход на сайт
  • Каталог
    Каталог каналов и чатов Поиск каналов
    Добавить канал/чат
  • Рейтинги
    Рейтинг каналов Рейтинг чатов Рейтинг публикаций
    Рейтинги брендов и персон
  • Аналитика
  • Поиск по публикациям
  • Мониторинг Telegram
Leadership

20 Jan, 13:18

Открыть в Telegram Поделиться Пожаловаться

Dhugaalee kanneen HUBADHU! •┃• Share Godhi!
▬▬▬▬▬▬
➊. Mul'ata, karooraa fi qophii sirriidhaan addunyaa kana jijjiiruu dandeessa.

➋. Waan dursiteef qofa dursaa ta'uu hin dandeessu, eenyummaa keetu murteessa.

➌. Addunyaa kana irraa namoonni baay'ee barbaadaman namoota rakkinaaf furmaata qajeelaa fidanii dha.

➍. Namooni galma isaanii beekan tasa harka hin kennan.

➎. Sanyii haammachuu barbaaddu akka maasiitti yaada namootaa irra facaasi, Sanyiin hunduu biqilee ija godhachuu baatus sanyii facaafte argachuun kee hin oolu.

➏. Jechi gaariin tokko dhalootaaf galaa gaarii ta'uu danda'a, jecha gaarii olkaa'uu hin dagatin!

➐. Wanta jechaan jijjiiruu dandeessu humnaan jijjiiruu hin dandeessu; wanta humnaan jijjiiruu dandeessu jechaan jijjiiruu hin dandeessu.

➑. Jireenya keef waan barbaaddu osoo wal irraa hin kutin yaadi! yaada kee qajeelummaadhaan abboomi!

➒. Duuba deebi'uun waan lamaaf nama gargaara, isaanis fagaatanii utaaluu fi seenaa irraa baratanii fuulduree ofii qajeelfachuufi.

➓. Abdii dura dhugaatu dursa, Amantii dura immoo abdiitu dursa.

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa

10.1k 1 86
Каталог
Каталог каналов и чатов Подборки каналов Поиск каналов Добавить канал/чат
Рейтинги
Рейтинг каналов Telegram Рейтинг чатов Telegram Рейтинг публикаций Рейтинги брендов и персон
API
API статистики API поиска публикаций API Callback
Наши каналы
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Почитать
Наш блог Исследование Telegram 2019 Исследование Telegram 2021
Контакты
Поддержка Почта Вакансии
Всякая всячина
Пользовательское соглашение Политика конфиденциальности Публичная оферта
Наши боты
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot