Itoophiyaatti namootni haaraan 169 Covid-19’n qabaman, lubbuun tokkos darbe.
****************
Sa’aatii 24 darban keessatti saamuda namoota 5, 798 qoratame keessaa namootni 169 Covid-19’n qabamuu Ministeerri Fayyaa fi Inistitiyuutiin Fayyaa hawaasaa ibsa waloon beeksisaniiru.
Kuniis lakkoofsa namoota hanga ammaatti qabamanii 1,805 gaheera.
Qorannoo kanaan kanneen vaayirasichi keessaatti argame keessaa dhiirri 111 dubartiin ammoo 58
Akka gabaasa kanaatti daa’ima ganna tokko irraa kaasee hanga manguddoon ganna 78 vaayirasichaan qabamaniiru.
Lammii Ameerikaa tokkoon alattis hunduu lammiilee Itoophiyaati.
Namoota haaraa qabaman kana keessaa 138 Finfinnee, 11 Oromiyaa, jaha Amaaraa, Shan Somaalee afur Uummatoota Kibbaa, afur Tigraay fi tokko ammoo Hararii irraayi.