#BREAKING
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasii koronaan du'anii 35 gahe❗️
Haala namoota lubbuun isaanii darbee:
Sababa vaayirasichan guyyaa kaleessa namoonni sadii(3) lubbuun isaanii darbeera.
Inni jalqaba korniyaan dhiira Jiraataa magaalaa Finfinnee umriin isaa ganna 115 yoo ta'u; lammaffaan dhiira jiraataa naannoo Oromiyaa umriin isaa ganna 35 fi sadaffaan korniyaan dhiira; jiraataa magaalaa Finfinnee umriin isaa ganna 84 lubbuun isaanii darbeera.
Namoonni lubbuun darbee kunniin, du'anii qorannoo reeffaaf wayita hospitaalatti dhufanitti samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkaana'eera.
Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 35 gaheera.
@HawiTames