ABBU TECH


Channel's geo and language: India, Tamil
Category: not specified


🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto
πŸ”Ή Read in-depth gadget reviews and coverage on new releases
Join us as we explore the future of tech
CEO: @Abi_Jss

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
India, Tamil
Category
not specified
Statistics
Posts filter


Tarii gaaffii keessan guutummaa guutuutti deebisuu dhiisuu dandeenya ta'a

Gaaffii gaafattani akka tasaa dogoggoraan bira yoo dabarre sorry😞

Bor waan haaraa jiru hordofnee isin biraan geenya

Halkan Gaarii qabaadhaa!


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Onchain!

National ID
Passport
Eeyyama Konkolaachisaa

Warreen kana yoo hin qabdan tahe haala video kanaan baafattu(claim gootu)!


Exchange Kamiin haa Filannu?


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Video kana ilaaluun Exchange barbaaddan Irratti claim godhaa

Video Kun Exchange 3 dha

Bybit
Okx
Bitget


Task Kun haaraa dha ammuma seenaa hojjedhaa


blum πŸ€‘ premarket

Guy's waan kana Jabeessaa!


Nama Gara Laafessa Waggaa Kanaa yoo jenne hoo nama kanaanπŸ˜­πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚






X Empire..Ton 0.5 Kaffaltanii?
Poll
  •   Eeyyee Kaffaleera
  •   Lakki hin kaffalle
615 votes




Osoo Claim gootanii akka carraa yoo dogoggortan Token keessan isin jalaa hin Badu.
Gara bot ni deebi'a, Sana booda onchain irratti irra deebihuun claim gochuu dandeessu

Kana jechuun Yoo yeroo tokko dogoggortan carraa isa 2ffaa irratti Ton kaffaltanii claim gootu jechuudha

Hubachiisa! Hanga October 23 tti Exchange erga filattanii booda kan barbaaddan irraa gara barbaaddanitti jijjiiruu dandeessu.


National ID
Passport
Eeyyama Konkolaachisaa

Kana keessaa 1 yoo hin qabdan tahe ykn Exchange verify tahe 1 yoo hin qabdan tahe

May be Ton 0.1 isin gaafata jedhanii jiru...garuu yoom akka tahe hin maxxansine So....Step by step waan jiru isinitti himaa deemna!


Withdrawal Option Haala ittiin Guuttan Video Isiniifan Maxxansa Na eegaa

Exchange 4

Okx
Bitget
Bybit
Telegram Wallet


Pre Market Yeroo ammaa Okx Irratti

0.00027$

100,000 = 27$


Guys Pls Hin Ariifatinaa haala salphaan Token Itti Joortanii Argattan dhabuu dandeessu

Waan isin gochuu qabdan hundumaa Video dhaan isin nii argisiisna!

Stay Safe❀️


Guys Dogoggortanii Waan kana hin tuqinaaπŸ˜‚

Charity Jechuun Arjooma dha!

Eenyuuf Arjoomtu?πŸ˜‚


Namoonni Haala kanaan isiniif fide...Rakkoo jiru hordofaa jirra obsumaam nu eegaa
Isin beeksisna!


Video is unavailable for watching
Show in Telegram



20 last posts shown.