Caffeen mootummaa Itiyoophiyaa Muudamaa Ministeerota 22 raggaasiseera
https://www.voaafaanoromoo.com/a/muudamaani-ministeerota-raggaasisifame/6259829.html
Muumeen ministeeraa Mootummaa Itiyoopiyaa Abiyyi Ahimad namootta 22 kaabinee mootummaa isaaniitiif flatan mana maree ykn caffee biyyattitti dhiheesanii muudama isaanii raggaasifataniiru.
Miseensota kaabinee kana keessaa miseensonnii paartilee mormitootaa itti makamaniireu. Akkuma kanaan Doktoor Biraanuu Naggaa partii IZAMA irra ministeera Baruumsaa,
Obbo Bellexee Molla paartii ABIN Irraa Ministeera Inooveshiini fi tekinooloojii, Obbo Qajeelaa Mardaasaa dhaaba Adda Bilisumma Oromoo irraa Ministeeraa Aadaa fi Ispoortti ta’anii Muudamaniiru.
Bulchaa mootummaa yeroo nannoo Tigiraay kan turaan Doktoor Abrahaam Balaay Ministeeraa itisaa ta’anii akka hojjatan muudhamaniiru.
Gabaasin kun oduu booddee baldhinaan dhihaata.