OOLMAA ADDUNYAA


Kanal geosi va tili: Hindiston, Tamilcha
Toifa: Tibbiyot


Odeeffannoo wayitawaa fi Qulqulluun isiin gahuu dha.


Kanal geosi va tili
Hindiston, Tamilcha
Statistika
Postlar filtri




BBC Afaan Oromoo Official dan repost
Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Amaaraa alaabaa naannichaa kan durii guutummaatti jijjiiruun haraa labsuuf filannoowwan sadii dhiyeesserratti yaada uummataa gaafate.

via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3tcWC8l




GO ORO TUBE.you tubii waa'ee Dhimmoota computeraa,mobilefi Technology irraattii kan hojjeettuu dha.please SUBSCRIBE,LIKE fi SHARE godhaa irraa fayyadamtaanii akkasumaas commentii barreessuu hin dagatiinaa maaloo nama beettan maraafuu dabarsaa akka jala hin lufnee.waan join gootaniif galatoomaa.filannoon keessan GO ORO TUBE haa ta'u.
Wantoota youtubiin keenya isin barsiisuu keessaa akkamitti you tubii irraa mallaqa argachuun akka danda'amuu,akkamitti appii fayyadamnee mallaqa hojjachuu dandeenyuu fi kkf.har'dhuma search godhaa.




Of-eeggannoo!!
#Reetiinaa_Ija_Keenyaa_Akka_Hin_Dhabne
Waxabajjii 14/2012 ALH'tti Gaaddiddaa'uun Aduu waan mul'atuuf of-eeggannoo gochuu qabna!

🌑Gaaddiddaa'uun Aduu bara 2012 kan mul'atu:-
- Waxabajjii 14/2012 ALH'ttidha,
- Gaaddiddaa'uu sanaan dukkanni sa'a 6'f ni argama,
- Guutummaa Itoophiyaatti ni mul'ata,
- Keessumaayyuu: Wallaggaa, Goojjam, Goondar, Dasee, Alaamaaxaa, Injibaaraatti parsantii 98 dukkana ta'ee ni mul'ata!
- Hojimaata Addunyaa karaa Dinagdee, Siyaasaa, humni olaanaa uumamaa argamuu danda'a jedhanii Saayintistoonni yaada isaanii dhiyeessaa jiru!
- Baha Itoophiyaa kaasee hanga Kaaba Itoophiyaatti Gaaddiddichi ni mul'ata!
- Aduun parsantii 98 ni gaaddiddoofti (Ji'atu gaaddiddeessa jechuudha)

🌑Bakka itti mul'atuu fi bakka itti dhaabbatu:
- Jalqaba Walakkaa Afrikaa Koongoo irraa ni jalqaba, Sudaan, Itoophiyaa, Yemen, Paakistaan, Taayiwaan, Hindii fi Chaayinaa kutee Galaana Paasifik irratti dhaabbata!
- Dabalataan gaaddidaa'uun Aduu kun walakkaadhaan waggaa 18 booda, guutummaatti (akka kan bara kanaatti) immoo waggaa 146 booda akka deebi'ee mul'atu Saayintistoonni qorannoodhaan bira ga'aniiru!

🌑Yeroo guutummaatti gaaddiddichi mul'atu:
- Halkan Waxabajjii 14/2012 ALH'tti sa'a 11:45 irratti ni jalqaba, ganama sa'a 03:40 irratti guutummaa guutuutti Ji'i dhufuudhaan Aduu irra ni oolti (kanaafuu, sa'a kanatti lafti parsantii 98 ni dukkanoofti), gaaddiddichi hanga guyyaa sa'a 06:45'tti ni tura! Sa'a kanatti Ji'i guutummaatti Aduu irraa ni deemti!

- Ijaan ilaaluun dhorkaadha, Retiinaa Ija namaa miidhuudhaan torban tokko booda jaamina Ijaaf nama saaxila!
- Kishaafa (Maxanxarii) Suuqii keessaa gurguramu fayyadamuun ilaaluun dhorkaadha!
- Gaaddiddaa'uu Aduuf jedhamee Kishaafni hojjetame jira garuu, biyya keessa hin jiru!
- Kishaafa Gaaddidaa'uu Aduuf fayyadu qabna warra jedhanirraa of-eeggadhaa!
- Of-eeggannoo guddaa taasisuu qabna! Dagattaniillee gaafa 14 sana (Sanbata Guddaa) hanga sa'a 06:45'tti gara Samiitti ol ilaaluu hin qabnu!


Uummanni keenya hedduun odeeffannoo kana waan hin qabneef share taasisuun hunda bira akka ga'u taasisuun dirqama lammummaa keenya haa baanu!!

🎖Dr Liyaa Taaddasaa🎖
Afaan Oromootti kan hiike FikaTech dirqama isaa bahateera!


Jiraattootaa Magaalaa #Shaashamannee hundaaf

Magaalaa Shaashamanneetti namni tokko vaayrasii koroonaan qabamuun isaa mirkanaa'eera.

Namni kun guyyaa Kibxataa iddoo tursiisaa addaa magaalaa Finfinnee keessa miliquun gara Magaalaa Shaashamannee Ganda 09 (Araadaa) dhufuun hordoffii godhameen to'atamaniiru.

Namni kun qorannoo laabraatorii godhameen vaayirasichan qabamuu isaa mirkaana'uun iddoo tursiisaa addaa(Diida Boqqe) seenanii jiru.

Haata'uu malee namni vaayirasichan qabamuun isaa mirkaana'ee kun gejjibaa magaalaa keessaa taaksii fi motaraa fayyadamuun magaalichaa keessa nannawaa akka turedha kan odeeffanne.

Bulchiinsi magaalaa; Kaantibaa magaalaa Shaashamannee; Biiroon Fayyaa Godina Arsii Lixaa wal ta'uun ergaa of eeggannoo uummataaf dabarsaa akka jiran maatiin HawiTiMES nuf ibseera.

#Hubachisaa: Qajeelfamoota Dhabbanni Fayyaa Addunyaa WHO'n baasee hojiirra haa oolchinu; Maaskii fayyadamaa, harkaa irraa deddeebiin Samuunaadhaan qulqulleessa, fageenyaa keessaan eeggadha.

@HawiTames
@HawiTames


#BREAKING

Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasii koronaan du'anii 35 gahe❗️

Haala namoota lubbuun isaanii darbee:

Sababa vaayirasichan guyyaa kaleessa namoonni sadii(3) lubbuun isaanii darbeera.

Inni jalqaba korniyaan dhiira Jiraataa magaalaa Finfinnee umriin isaa ganna 115 yoo ta'u; lammaffaan dhiira jiraataa naannoo Oromiyaa umriin isaa ganna 35 fi sadaffaan korniyaan dhiira; jiraataa magaalaa Finfinnee umriin isaa ganna 84 lubbuun isaanii darbeera.

Namoonni lubbuun darbee kunniin, du'anii qorannoo reeffaaf wayita hospitaalatti dhufanitti samuuda fudhatameen vaayirasichaan qabamuun isaanii mirkaana'eera.

Waliigalan Itoophiyaatti lakkoofsi namoota sababa vaayirasichan lubbuun isaanii darbee 35 gaheera.

@HawiTames
@HawiTames


Gibtsitti namoonni haraan 1,497 vaayirasii koroonaan qabaman jedhaame.

Haga ammaatti Gibtsitti namoonni 32,612 vaayirasii kanaan qabamuu Ministirri Fayyaa biyyatti beekisiseera.

Akka Ministirichi ibsetti Gibtsitti guyyaa sanbata dura qofa namoonni 32 Vaayirasii Koroonaan du'aniru. Haluma kanaan haga ammaatti Gibtsitti namoonni 1,198 vaayirasii koroonaan lubbusanii dhabaniru.
Namoonnii 8,538 ta'an immoo vaayirasicarraa damdamataniru jedhee kan gabaase CGTNdha.


Namoonni dabalataa 86 vaayirasiin koronaa irratti kan argame yoo ta'u, namoonni dabalataa 7 lubbuu boqachuu isaani ministeerri fayyaa Dr. Liyaa Taddese hara ibsa kenniin ifoomsaniiru.


OBS Waxabajjii 6, 2020 – Ityoophiyaatti dabalataan qorannaa saatii 24 darbe samuunni namoota 5500 qoratameen namoota 129 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Waliigalaan kan har'aa dabalatee Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii qorannoon mirkana'es 1934ga’eera.


#WHO

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa(WHO) bakkeewwan ummatni baayyatu hundatti maaskiin akka uffatamu gorse.

Dhaabbatichi akka jedheetti, maaskii kaawwachuun akka vaairasiin namootaatti hindabarre kan ittisu ta’u odeeffannoo haaraan argameera.

Addunyaarratti biyyoonni tokko tokkoos manaan alatti maaskii uffachu akka dirqamaati kaa’aniiru.

Kanaan dura garuu dhaabbatichi namoonni fayyaa qaban maaskii uffachuun bu’aa qabaachusaarratti raga gahaa akka hinqabne himee ture.

Keessattuu namoonni dhukkubsataniifi kanneen isaaniif kunuunsa taasisan maaskii mirkanaa’e (medical face mask) kaawwachu qabuus jedheera.

Addunyaarattis namoonni gara miliyoona 6.7 ta’an vaayrasii Kanaan qabamunsaanii kan mirkanaa’e yoo ta’u, kuma 400 kan ta’an ammoo lubbusaanii dhabaniiru. #share

Maddi: BBC
@HawiTaMES
@HawiTaMES


Itoophiyaatti namootni haaraan 169 Covid-19’n qabaman, lubbuun tokkos darbe.
****************

Sa’aatii 24 darban keessatti saamuda namoota 5, 798 qoratame keessaa namootni 169 Covid-19’n qabamuu Ministeerri Fayyaa fi Inistitiyuutiin Fayyaa hawaasaa ibsa waloon beeksisaniiru.
Kuniis lakkoofsa namoota hanga ammaatti qabamanii 1,805 gaheera.
Qorannoo kanaan kanneen vaayirasichi keessaatti argame keessaa dhiirri 111 dubartiin ammoo 58
Akka gabaasa kanaatti daa’ima ganna tokko irraa kaasee hanga manguddoon ganna 78 vaayirasichaan qabamaniiru.
Lammii Ameerikaa tokkoon alattis hunduu lammiilee Itoophiyaati.
Namoota haaraa qabaman kana keessaa 138 Finfinnee, 11 Oromiyaa, jaha Amaaraa, Shan Somaalee afur Uummatoota Kibbaa, afur Tigraay fi tokko ammoo Hararii irraayi.




Fayyummaa Tiruu Keenyaa Eeggachuuf Maal Gochuu Qabnaa?
****************************
1. Dhukkuba vaayiresota tiruu ofirraa ittisuu, kunis qulqullina naannoof dhuunfaa eeguudhaan (Hepatitis A ittisa), walqunnaamtii saalaa of eeggannoo hin qabne irraa fagaachuu (hepatitis B fi C ittisa), qoratamanii ilaalamanii talaallii fudhachuun (hepatitis B ittisa) ta'uu mala.
2. Qorichoota ajaja ogeessaa fayyaa malee sababa gara garaaf (keessumaa dhukkubbiif) fudhatam yeroo hedduu fudhachuu irraa of qusachuu (Miidhaa tiruu "Drug induced hepatitis" waan nutti fiduuf)
3. Diina tiruu kan ta'e Alkoolii kamiyyuu irraa fagaachuu (Dhukkuba tiruu "Alcholic liver disease" waan nutti fiduuf)
4. Nyaata cooma hedduu of keessaa qabu nyaachuu dhiisuu fi sochii qaamaa sirriitti taasisuu (Ulfaatinni humnaa olii dhukkuba tiruu "Non Alcoholic Fatty Liver Disease" jedhamu waan nutti fiduuf)
5. Qorichoota aadaa kan hagi isaanii (dose) hin beekamne irraa of qusachuu.
6. Buna dhuguu! Qorannoowwan hedduun fi kitaaboonni fayyaa buna dhuguun (guyyaatti haga sinii afur) fayyummaa tiruu keenyaaf hedduu gaarii akka ta'e ibsu.
-----------------------------
"Fayyaan Faaya"
Dr. Gurmessa E.


#COVID19Ethiopia

Itoophiyaatti lakkoofsa namoota vaayirasii koronaan du'an 12 gahe. Dhiira lammii Itoophiyaa ganna 30, koronaa vaayirasiin qabame Hospitaala Eekkaa Kotobeetti yaalamaa kan ture, kanaan dura dhibee kan biroon dhibame kutaa wal'aansa addaatti yaalii argachaa ture kaleessa lubbuun isaa darbeera. Kana hordofuun lakkoofsa waliigalaa namoota sababa vaayirasichaan du'an 12 gaheera.

@HawiTaMES
@HawiTaMES


#BREAKING

Itoophiyaatti namoonni dabalataa 85 Vaayirasii Koronaan qabaman.

Qorannoo laabraatorii sa'aatii 24 darban keessatti namoota 2,926'f gaggeeffameen namoonni 85 vaayrasii koroonaan qabamuu isaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.

Waliigalaan Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 1,257 qaqqabeera.

@HawiTaMES
@HawiTaMES


Kabajamtoota hordoftoota chanaalichaa dhimmi dhibee corona dhimma irranfatamuu miti. Of dagachuun gatii nu kaffalchiisa.sila kana ta’eef hundi keenyayyu maloota dhibicha irraa ittin of eegamuun danda'amuun of eeguu qabna.
Malootni kuunis
1.Harka keenyaa sec 20 yoo xiqqate sirritti miccachuu
2.fageenya keenya eggachu
3.mana turuufi kkfn gochuun of eeguun barbaachisaa dha.


Ameerikaan deeggarsa maallaqaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaaf taasistu addan kutaa akka jirtu Pireezdaantiin Ameerikaa Donaaldi Tiraampi beeksisan.

Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa tarkaanfiii Chaayinaairraatti fudhaachuu osoo qabu mootummaa Chaayinaaf deeggaranii falmuun sirrii akka hin taanee Obbo Donaald Tiraamp ibsan.

Haala ammaa jiruun dhaabbaticha guutummaa guutuuti too’annoo Chaayinaa jala akka jirus himaniiru.

Akka BBCn gabaaseetti, sababa kanaan Ameerikaa buusii dhaabbata fayyaaf taasisaa turte gara dhaabbataa biraattii akka dabarsitus hubachiisaniru.

Ameerikaan bara darbe Doolaara Miliyoona 400 Dhaabbata Fayyaa Addunyaaf deeggarsa taasisuun ishee ni yaadatama.

Maddi:- obn
@HawiTaMES
@HawiTaMES



20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.

1 422

obunachilar
Kanal statistikasi