Jobs sites


Гео и язык канала: Индия, Тамильский
Категория: Книги


Health related and other vacancies
👉Share
❖For recommendations
Use @tolisis

Связанные каналы

Гео и язык канала
Индия, Тамильский
Категория
Книги
Статистика
Фильтр публикаций


#EEBBA_KITAABA_FAYYAA_SAMMUU
Kitaabni Kun kitaaba saayinsii fayyaa, ogeessota ogummicha keessa jiraniin kan barreeffame yoo ta'u;  Ogeessota fayyaa sammuu gita gara garaa irra jiran 30 oliin ilaalameera. Dabalataanis Hospitaala Ispeeshaalayizdii Sammuu Amaanu’eel dabalatee Hospitaalota tajaajila fayyaa sammuu kennan gara garaa, waldaa fayyaa sammuu Itoophiyaafi Ogeessota Yuunivarsiitiiwwan buleeyyin  kan gulaalamedha.
Kana malees, gama ogbarruutin Waldaa Barreessitoota Oromiyaatiin seecca'amee,  Deeggarsa Yuunivarsiitii Jimmaa, abbootii qabeenyaafi Hospitaala Ispeeshalayizdii Sammuu Amaanu’eelitiin maxxanee  Hagayya 12, 2016 hoteela internaashinalii Ililliitti eebbaaf qophaa'ee jira.
Kitaabni kun qabxiiwwan gurguddoo armaan gadii irratti xiyyeeffatee barreeffame.
1. Waa’ee fayyaa sammuu irratti hubannoo hawaasa keenyaaf uumuuf.
2. Yaadotaafi ilaalchota dogoggoraa waa’ee dhibeewwan sammuu hir'isuuf.
3.  Dhibeewwan sammuu beekamoo, rakkoowwan araadan walqabatanifi dhibeewwan gaggabdoo irratti ibsa baldhaa kennuuf.
4. Maqaa balleessiifi loogii akkasumas qoolliffannaa namoota dhibee sammuu qaban irratti taasifamu falmee sirreessufi
5. Tarkaanfiwwan qaamonni garagaraa tajaajila fayyaa sammuu kennuuf taasisan jajjabeessuufi tajajilamtoonni gara yaalaatti  akka dhufan onnachisuu dabalata.

           Irratti hirmaadha.
Gurmuu ogeessota yaala sammuutin


Mental health refers to the well-being of our emotional, psychological, and social functioning. It affects how we think, feel, and act, and determines our ability to handle life's challenges and relationships. Good mental health is characterized by:

- Emotional resilience
- Positive self-image
- Healthy relationships
- Effective coping mechanisms
- Ability to manage stress

Mental health is important for:

- Overall well-being
- Physical health
- Personal growth
- Relationships
- Productivity
- Resilience

Some common mental health conditions include:

- Anxiety disorders
- Depressive disorders
- Bipolar disorder
- Post-traumatic stress disorder (PTSD)
- Attention deficit hyperactivity disorder (ADHD)

Remember, mental health matters! If you're struggling, reach out to a trusted friend, family member, or mental health professional for support.

Monenus Teshome Hordofa(Mental Health Specialist, Jimma University)




⭐️ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 15⭐️⭐️ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba 💥👇🏻👇

https://t.me/major/start?startapp=569758317
Source: Abdisa Bancha Jara


Репост из: Galaa Sammuu
Ani Itiyoophiyaanoota hin amanuu jedha Ba'aaluu Girmaa kitaabasaa የቀይ ኮከብ ጥሪ jedhu keechatti.

Ani Itiyoophiyaanoota hin amanu, ofii kootii calqabee. Nuti namoota maaskiidhaan haguugamnee jiraannudha. Bifti nuti namatti agarsiifnuu fi uumamni keenya inni dhugaan lafaaf saamiidha. Sana irratti hamaa fi gaarii; tokko kan kaan irraa adda ittin baasnu ulaagaa hin qabnu. Safartuun bu’uuraa nuti keenyu waan kamiyyuu irratti dantaa dhuunfaa keenyaa qofa. Kanaafidha gidiraan kan heeddummaatuuf. Hiikni hiriyummaa ykn obbolummaa kan hin beekamneef. Hamii, maqa balleessii fi odeessi ragaa hinqabne kan baay'atuuf. Akka Itoophiyaanootatti qajeelfama tokko qofa beekna, "dantaa dhunfaa ofii" qofa. Yoon du'e malee abaluu hin amanuu jennee dhaadanna.

Faayidaa keenyaaf yoo ta'e ni sobna. Ni ajjeesna. Ni hiina. Wantoota kana yommuu hojjennu qalbiin keenya hin jeeqamu. Qalbiin faayidaa dhuunfaatiif bitame akkamitti gaabbuu dandaʼa silaas?

Gantummaarra hin deebinu. Tooftaan nuti faayidaa dhuunfaa argachuuf fayyadamnu fira diina irraa adda hin baasu, inaaffaa fi hammeenyi amala keenya. Hiika safuu fi amanamummaa afaaniin malee hin beeknu. Walumaagalatti qalbii gaarii fi hamaa adda baasuu danda’u hin qabnu. Namni nu barsiisees hin jiru. Barachuufis fedhii hin qabnu. Wanti baranne ummata duratti nama fakkaachuudha. Bara kana keechaa immoo Facebook irratti nama gaarii fakkaatanii mul'achuudha. Addababaayirratti namni hundi gootaa, kabajamaa, ulfina kan qabnu, amanamaa, gocha badarraa kan fagatee, hojii nama boonsu kan hojjetu, garaa qulqulluu kan jiraatu, yaada gaarii kan qabu, amanamummaan lapheensaa kan guutame, beekaa, hayyuu, qaroo fi gad of qabuun kan jiraatu fakkaanna alatti. Kun haguuggii fuulaa ummata duratti uffannudha. Haguuggii fakkeessummaa gocha hamminaa keenya ittin awwaallu.

Garuu jireenya dhuunfaa keenya keechatti araada inaaffaa, shira, daba, soba, olola fi odeessa mataaf miilaa hin qabne irraa bilisoomne hin beeknu.Faayidaa dhuunfaaf jecha, maqaa balleessii, oduu soba fi fakkeessummaa irraa hin fagaannu. Amalli nu ibsu fakkeessummaadha. Haguuggii fakkeessummaa jala jiraanna. Haguuggii fuulaa malee ni jibbisiisna. Yeroo haguuggii fuulaa ofirraa baasnu ni fokkisna.
Via: #Dinku_LK_Sarda


Otoo biraan hin gahin jiguu qaama saala (pre mature ejaculation )

Hardhas akkuma durii, ganamaanan gara lafa hojii koo qajeele. Kutaa yaalii itti kenninu seeneen abbaa dabaree ijaan balbala irratti soqaara. Otoo hin turin mucaa magaalli dheerina giddu galeessaa, dhaabbanna toleechaa fi sinboo shamarran harkisuu danda'u qabu tokko hulaa banatee gara teessootti qajeele. Anis ergan isa simadhee booda maqaa keenya wal jijjiirree gara dhimma dhufeefitti akka naaf darbuuf, gaaffii dhiyeessef.

'' Gara mana yaalaa deemuuf miira leeyyoon qaba ture. Mala fi fala dhumaafan filannoo dhumaa isin taasifadhe. Ergan jaalallee qabachuu eegalee waggaa kudhan darbeera. Hariiroo hedduus eegalee galmaan hin gahin hafe. Hiriyoonni koo fuudhanii mana dhaabbataniiru ,ani faaldhaa isaanii kophaa koon ofiin of haasofsiisaa jiraadha.

Jaalallee yoon baafadhe haga guyyaa sireerratti wal arginuu qofa waliin turra. Fedhii yookaan miira saalqunnamtiif otoon qabuu ,miira jaalallee kootii miidha. Saalqunnamtii gochuuf yeroon yaalu,otoo qaamni saalaa koo fi kan jaalallee koo wal hin qaqqabin karaatti na harkaa dhangala'ee qaamni koos, fedhiin koos na harkaa diilallaa'a. Miira qaanii, gadi aantumaa, yartummaa fi gadhummaatu natti dhagahama. Sababa kanaafan dubartoota irraa of fageessuu eegale. Bultiis jibbee hiriyyoota koo hanqadhe.

Barri hedduun taree jira. Kan hin darbineef hin jijjiiramne garuu rakkoo kooti. Rakkoo kiyyarraa furamuuf fedhii dhabee miti, malan ittiin jijjiiru dhabeen malee. Baayyees dhamaheera, aarsaas kaffaleera. Dhamaatii fi wareegamnin ani taasisaa ture hundi sanyii dhakaarra buute ta'an.
Fala dhumaan isinirraa barbaaduuf isin bira dhufe'' jedhee rakkoosaa naaf qoode.

Anis rakkoofi dhiphina inni keessa jiru ergan dhaggeeffadheen booda wantoota taasisuu qabu itti himeen gaggeesse. Kutaa itti aanuutti namoota rakkoo jiguu qaama saalaa (Pre mature ejaculation )qabaniif wantoota isaan gochuu qaban irratti barruu gabaabduu isiniifan qooda. Hagasittuu namoonni rakkoo akkanaa qabdan keessaan nu dubbisaa.

Odeeffannoon dhuunfaa eeyyama keessaniin hala nama biraaf dabarfamee hin himamu.
Hub: Barruun armaan olii eeyyama maamila irraa fudhatameen kan barreeffamtedha.
Tolasaa B Hundee


join utest.com and get payed for your tasks. use the below link https://www.utest.com/ref1912289


Репост из: Get scholarships
🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑🤑

🤑How to start E-commerce Business

https://elelanjobs.com/how-to-start-e-commerce-business/

🤑How to Start Freelance Business on Fiverr

https://elelanjobs.com/how-to-start-freelance-business-on-fiverr/

🤑How to Make Money on TikTok

https://elelanjobs.com/how-to-make-money-on-tiktok-in-2023/

🤑How to Make Money Online in Ethiopia 2023

https://elelanjobs.com/how-to-make-money-online-in-ethiopia-2023/

🤑How to Make money with Facebook Reels

https://elelanjobs.com/how-to-make-money-with-facebook-reels/


🤑How to make money online

https://elelanjobs.com/how-to-make-money-online/

🤑How to Start a YouTube Channel

https://elelanjobs.com/how-to-start-a-youtube-channel/

🤑How to get started on upwork as a freelancer

https://elelanjobs.com/how-to-get-started-on-upwork-as-a-freelancer/


Репост из: Fanajobs
✅Ethiopian Red Cross Society (ERCS) New Vacancy

🔰 Position:DPR Information Management Officer (Re-Advertised)

◽️ Qualification
➲Project Management, Information technology, Economics, , Geographic information system(GIS), Disaster Risk management
Related field

For full job description visit 👉
https://oromiajobs.com/job/7574/dpr-information-management-officer-re-advertised


Репост из: Fanajobs
✅Elias Melake Foundation (EMF)

1. Trainer
➲Logistics and Supply Chain Management or related field.

2.Training Coordinator and M&E Officer
➲Project Management, Management, or related fields.

3.Project and Cooperative Coordinator
➲Project Management, Business Administration, or related field.

For full job description visit 👉
https://oromiajobs.com/profile/elias5


Репост из: Fanajobs
✅World Vision Ethiopia New Vacancy

1.SPIR II Food Assistance Compliance Coordinator
➲Food Science, Agricultural Economics, Business Administration / Management, Accounting, Disaster Management, Agriculture and related fields.

2.Child Protection Participation Project Officer
➲social work, sociology, psychology, education or other relevant fields.

3.Project Coordinator
➲Agriculture, agricultural economics, Economics, Development studies, WASH related or other related fields.

For full job description visit 👉
https://oromiajobs.com/profile/worldvi7


Репост из: Ethio Jobs Hub
በዚህ ሳምንት የወጡ ስራዎች በ ስራ ቦታ

✅በ አዲስ አበባ የወጡ ስራዎች
✅በ አማራ ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ ቤንሻንጉል ጉምዝ ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ ሶማሌ ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ ኦሮሚያ ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ ደቡብ ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ አፋር ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ ትግራይ ክልል የወጡ ስራዎች
✅በ ድሬደዋ የወጡ ስራዎች
✅ Project based የሆኑ

ከታች በተዘረዘሩት የሥራ ዘርፎች በተማሩበት መስክ ወይም የሙያ ስብጥር የሥራ ማስታወቂያዎችን ለማየት አንዲሁም ለማመልከት ሊንኮቹን ይጠቀሙ


✅Banking & Insurance
✅Finance & Accounting
✅NGO
✅Management
✅Economics
✅Public Relations
✅Nursing
✅Civil Engineering
✅Electrical Engineering
✅Mechanical Engineering
✅Chemical Engineering
✅Industrial Engineering
✅Textile Engineering
✅Hydraulics Engineering
✅Food Engineering
✅Const. & Architecture
✅Insurance
✅IT & Telecom
✅Graphics Design
✅Hotel & Hospitality
✅Healthcare
✅Agriculture
✅Driver
✅Legal
✅Language
✅Business and Administration
✅Admin/Clerical & Secretarial
✅Automotive, Machinery & Mechanic
✅Logistics & Transportation
✅Advertising/Media & Journalism
✅Education & Training
✅Human Resource
✅Statistics
✅Pharmaceutical
✅Travel & Tourism
✅Community & Social Science
✅Customer Service & Support
✅Program & Project Management
✅Security
✅Cleaning
✅Cook/Chef
✅Supply Chain, Procurement & Purchasing
✅Maintenance, Skilled Labor & Manufacturing
✅Machine Operators
✅Environment & Natural Resource
✅Research & Science www.elelanjobs.com


Category: Accounting and Finance, Management
Location: Addis Ababa, Addis Ababa
Career Level: Mid Level ( 2+ - 5 years experience)
Employment Type: Full time Education and Experience: BA/BSC or MA/MSC Degree in Management, Accounting, or related social field of study with 2 years' relevant experience for MA/MSC or 4 years relevant experience for BA degree To apply: https://form.jotform.com/240143228126547


✅Save the Children New Vacancy

1.Operations and Digital Support Coordinator
➲ICTs, Management Information System, Data Management, project management and related fields.

2.Evidence and Learning Advisor
➲relevant areas of social development or equivalent.

3.Sr. Technical Specialist, Immunization
➲public health or other related field.

For full job description visit 👉
https://oromiajobs.com/profile/saffe56




100K Mission
Ogeessi yaala sammuu Tolasaa B Hundee dorgommicha yaadaa gaarii fi bu'a qabeessummaan isaa hawwaasa bal'aaf ta'e qabatee dorgomaa jira. Yaadni isaa dhugamaan yaada bilchaataa yeroon gaafatuu fi barbaachisummaan isaa biyya keenyaf murteessadha. Hawwaasa taatewwan miidhaa fayyaa sammuutif sababa ta'an hedduu keessummeessaa ooluu fi ittiin miidhamaa oolu kanaaf yaada hubannaa fayyaa sammuu fi mala furmaataa kennu qabatani argamuun dorgommiif iyyuu waan dhiyaatu hin turre.

Hundaafuu hiriyoonni koo link kanaa👇 seenaatii yaada Tolasaa react godhaa.
https://www.facebook.com/100002028524680/posts/pfbid02mr86o1W16G7CKnRrnNwwoAiM8iGseJfsnz1UTcoc3N91ePKo45Rx2QJMs6BuTvXUl/?app=fbl


Kitaabni #Falaasama_Jireenyaa jedhu kan Bilisummaa Shibbiruutin gara Afaan Oromootti hiikame,gaafa guyyaa 30/3/2016 ni eebbifama. Irraa hin hafinaa!


Good news for all Health workers in Oromia!

Infinite gratitude goes to the health professionals who gave their lives to save their community at a time when our country face serious pandemic.

At a time when the human mind has become accustomed to choosing benefits over humanity, health professionals sacrifice alot for the dignity of the profession without anticipating what they will get.

While treating others, if he/she had no one to treat him, to save him from death. If he/she had no one to sympathize with him,when he/she was exposed to many work related diseases. Its very disappointing. Their are many health professionals who are counting the day of their deaths due to lack of support or help (seeking treatment at home or abroad).

Although various associations have been established at various levels to solve this problem, many circumstances prevent them from reaching us in time and guaranteeing our lives.

The solution to this is to bring together professionals with different levels and skills and establish THE OROMIA HEALTH WORKERS MEDICAL SUPPORT ASSOCIATION.

The association is dedicated to the health workers of Oromia, including their families. It has started its work by obtaining permission to provide medical support from home to abroad by recruiting members who are unable to receive medical services for illnesses beyond their capacity.

Therefore, we appeal to you health professionals, health workers and those who are working as health professional in NGO to become members as permitted by the laws of the association and help yourselves and the families of the sector workers.

Dr Andualem Zegeye

Join Telegram group https://t.me/ABK123456




#Fayyaa_Sammuu
Boru ganama sa'aatii 3 irraa kaasee FM Finfinnee 92.3(OBN) irratti Firoomsaa Urgeessaa Qaabii waliin waayee Fayyaa Sammuu ilaalchisee yaadolee baayyee kaasna.
  1. Fayyaa Sammuu fi ilaalcha dogoggoraa hawaasni waayee fayyaa sammuu irratti qabu (Misconception about mental disorder)

2. Miidhaa rakkooleen uumamaa fi namtolchee fayyaa sammuu keenyaa irratti qaban.

3. Gosoota dhukkuba sammuu namaa miidhan.

4. Fayyaa sammuu ,gargaarsa xiinsammuu fi hawaasummaa (Mental health and psychosocial support) fi kan biroo ilaalchisee waan danuu kaasna. Akka nu dhaggeeffat garanumaan isin affeerree jirra.

Показано 20 последних публикаций.

1 207

подписчиков
Статистика канала