Sanyii Guddataa


Kanal geosi va tili: Hindiston, Gujarotcha
Toifa: ko‘rsatilmagan


Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Hindiston, Gujarotcha
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


Yoo jabaattee hojjette ni guddatta; yoo jabaattee falmatte ni mo'atta. Ni kabajamtas!

Kaleessa "Afaan Oromootiin yoo Waaqeffatame Waaqayyo nidheekkama; balaa buusa. Taabotni hin galu" fa'aa jedhamee lallabamaa ture. Abbootaaa fi uummata keenyatti qoosamaa ture. "Afaan Oromoo Raadiyoonii cabsa" jedhamee miidiyaarraa dhorkamaa ture. Jechaa fi gochi sun qabsoo dhalootaan cabuu danda'eera. Afaan kaleessa jibbamaa, dhiibamaa fi cunqurfamaa ture sun, har'a afaan barnootaa ta'uurra darbee afaan miidiyaalee gurguddoo, afaan miidiyaalee hawaasaa fi afaan 'platform' hedduu ta'eera. Afaan teknolojii ta'eera. Afaan ittiin waaqeffatamu, ittiin lallabamuu fi faarfatamus ta'eera.

Ammoo hunda caala Etv Afaan Oromoo banamuun isaa agarsiiftuu guddaadha. Gama miidiyaan injifannoo gita hin qabnedha. Raawwii fi seenaa kana keessatti warri ashaaraa qabdan marti ulfaadhaa! Via Kanenus @segnigudeta @WABIISG


Minstry of Agriculture

@segnigudeta @WABIISG


Adama science and Technology University
@segnigudeta @WABIISG


#WolaitaSodoUniversity

ወላይታ ሶዶ ዩኒቨርሲቲ በ2017 ዓ.ም ሀገር አቀፍ የድኅረ ምረቃ መርሐግብር መግቢያ ፈተና (NGAT) ያለፉ አመልካቾችን ተቀብሎ ለማስተማር የአመልካቾች የምዝገባ ጊዜን እስከ ጥቅምት 16/2017 ዓ.ም አራዝሟል፡፡

ዩኒቨርሲቲው የዶርም አገልግሎት ለሚፈልጉ መደበኛ የሁለተኛ እና የሦስተኛ ዲግሪ ተማሪዎች በዩኒቨርሲቲው በተመጣጣኝ ክፍያ አገልግሎቱ እንደሚሰጥ ገልጿል። via tikvah @segnigudeta @WABIISG


#DebreMarkosUniversity

ደብረ ማርቆስ ዩኒቨርሲቲ ለነባር አንደኛ ዓመትና ከዚያ በላይ መደበኛ ተማሪዎቹ ጥሪ አድርጓል፡፡

ዩኒቨርሲቲው ተራዝሞ የነበረው የነባር ተማሪዎች ምዝገባ ጥቅምት 14 እና 15/2017 ዓ.ም የሚካሔድ መሆኑን አሳውቋል፡፡

በዚህም በ2016 ዓ.ም አንደኛ ዓመትና ከዚያ በላይ የነበራችሁ ነባር መደበኛ የቅድመ ምረቃ እና የድኅረ ምረቃ ተማሪዎች በተጠቀሰው ጊዜ በየነበራችሁበት ካምፓስ በመገኘት ምዝገባ እንድታደርጉ ዩኒቨርሲቲው አሳስቧል፡፡

በተለያዩ ምክንያቶች ትምህርታችሁን አቋርጣችሁ የመልሶ ቅበላ ፎርም የሞላችሁ ተማሪዎችም በተጠቀሰው ጊዜ መመዝገብ እንደምትችሉ ተገልጿል via tikvah @segnigudeta @WABIISG


Harargee Bahaa
Baayyina:25
Mana Murtii Olaanaa Godina Harargee Bahaa
👉Muuxannoo:0 year
👉Gita Hojii: Ofiiseera Seeraa Mana Murtii Aanaa I
👉Ogummaa: Level IV and above Law
COC or Exit Exam
👉Galmeen Hanga:15/2/2017

@segnigudeta @WABIISG


SALARY alone cannot solve your money problems.
You need Secondary Source of Income to balance.

SALARY is the MEDICINE for managing POVERTY, it doesn't CURE it. Only your BUSINESS or INVESTMENT can cure Poverty.

@Eyunit

Contact me if u are interested to Do a business

9.7k 0 22 12 53

#Yuunivarsiitii Injibaraa

Yuunivarsiitiin Enjbaraa waamicha galmee barattoota haaraa seenanii fi barattoota sirreeffamaa bara 2016 hanga Waxabajjii 14 fi 15, 2017tti dheeresse.

Kanaafuu, barattoota bara 2017 haaraa ramadamanii fi bara 2016 sirreeffama ta’anii qabxii darbiinsaa galmeessaniif yeroon galmee yeroo hin murtoofneef dheerachuu isaa yunivarsiitichi beeksiseera.


@segnigudeta @WABIISG


SPA Service Enterprise
Baayyina:15
Qaxarriin: Dhaabbii
Galmeen Hanga:21/2/2017
Bakki Galmee: Finfinnee, Hospitaala Zawudituu Fulduratti argama.

@segnigudeta @WABIISG


▪️For Fresh & Exp🎴Teklehaimanot General Hospital🎴

▪️Job Position 1 - Cashier
▪️Job Position 2 - Receptionist
▪️Job Position 3 - Human Resource Development Team leader
▪️Job Position 4 - OR Head Nurse
▪️Job Position 5 - Pediatric Sub Specialists
▪️Job Position 6 - Pharmacy Head
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/teklehaimanot-general-hospital-oct-18-24/

▪️Deadline: October 21/24


@segnigudeta @WABIISG


🎴Ahadu Bank SC🎴

▪️Job Position - Senior Trade service Officer
Education: MSC, MA, BSC, BA in Accounting, Accounting & Finance, Banking & Finance, Business Management, Economics Management or related fields.
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/ahadu-bank-sc-oct-18-24/

▪️Deadline: October 24/24


@segnigudeta @WABIISG


Jijjiirraa Walta'iinsaa Ofiiseera seeraa Godinaa Gara Godinaa
MMO G/W/L
👉Bakki Galmee: Mana Murtii Olaanaa Godina Wallaggaa Lixaa
👉Galmeen Hanga:26/2/2017

@segnigudeta @WABIISG


Waamicha Qormaataa
የፈተና ጥሪ
Debre Birhan University

@segnigudeta @WABIISG


Mizan Tepi University
👉Baayyina:90+
👉Muuxannoo:0 year
👉Galmeen: 6-14/2/2017
👉Bakki Galmee: Mizan Tepi University Kutaa HR tti Qaamaan Argamuun Galmaa'uu dandeessu.

@segnigudeta @WABIISG


▪️🚩Only one day left🎴Gadaa Bank SC🎴

▪️Job Position 1 - Trainee Banker
▪️Job Position 2 - IT System And Network Security Management Officer
▪️Job Position 3 - Financing And Investment Officer
▪️Job  Position 4 - Customer Relationship Manager – IFB
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/gadaa-bank-sc-oct-14-24/

▪️Deadline: October 19/24


Inbox
kalesaa guyya kamisaa Magala Ginchii kessatti passport suura kana jechun maqaa KUMESH SENTAYO ZEWDU scan kana tahe jiruu kana nuu jala waan badef deggarsa barbachisuu akka nuuf gootu sii gafadha.Namonni argan yoo jirattan gatii dadhabbi isaani ni kaffalla.Lakk Bilbila 0927204098 ykn 0712994098

@segnigudeta @WABIISG


🎴Heal Africa Health City SC🎴

▪️Job Position  - Librarian
Education:BSc in Library Science, computer science, Information  technology, and other related fields
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/heal-africa-health-city-sc-oct-18-24/

▪️Deadline: October 25/24


🎴Coca Cola🎴

▪️Job position -  Production Team Leader
▪️Education: First Degree in Mechanical/Industrial/Electrical Engineering
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧💧

https://kebenajobs.com/job/coca-cola-oct-18-24/

▪️Deadline: October 26/24


#Beeksisa_Qacarrii
#Fresh_Graduate

Namoota baay'ee barbaada, itti fayyadamaa.

@segnigudeta @WABIISG


Jecha Hayyootaa

Milkaa'inni of jaallachuu, waan hojjettu jaallachuu fi akkaataa itti hojjettu jaallachuu wajjin wal fakkaata.
Maayaa Anjeloo

"Guutummaan kan argamu gaafa jiraatu, kana caalaa wanti itti dabalamu hin jirre osoo hin taane, yeroo wanti fudhatamu hin hafnedha".
Antoine de Saint_exupery

"Diizaayiniin adda akka baanu, adda taanee akka mul'annuu fi garaagarummaa sana ija jabinaan akka agarsiifnu nu dandeessiseera".
Joe Mansuetoo

"Hiriyyoota gaarii, kitaabota gaarii fi qalbii hirribaa: kun jireenya gaarii dha".
Maark Tweeyn

"Kaayyoon aartii mul'ata wantoota alaa osoo hin taane, hiika keessaa isaanii bakka bu'uudha".
Aristootil

"Egeree kee tilmaamuuf karaan hundarra gaariin uumuudha".
Abrahaam Liinkooln

"Diizaayinii gaariin daawwataan tokko caalaatti baruu akka barbaadu jajjabeessa".
Aleksaander Iisley

"Yeroo hunda hanga xumuramutti waan hin danda'amne fakkaata".
Neelsan Maandeellaa

"Kalaqni kalaquu, yaalii gochuu, guddachuu, balaa fudhachuu, seera cabsuu, dogoggora hojjechuu fi bashannanuudha".
Meerii Luu Kuuk

"Suuta deemuu hin sodaatinaa, bakka tokkotti dhaabbachuu sodaadhaa".
Mammaaksa Chaayinaa

"Qaamni kalaqaa barbaachisaa ta'e, kufaatii sodaachuu dhiisuudha".
Dr. Edwiin Laandii

@segnigudeta @WABIISG

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.