Sanyii Guddataa


Kanal geosi va tili: Hindiston, Gujarotcha
Toifa: ko‘rsatilmagan


Похожие каналы

Kanal geosi va tili
Hindiston, Gujarotcha
Toifa
ko‘rsatilmagan
Statistika
Postlar filtri


#KUTAA CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.

▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.

▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.

▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.

▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .

▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.

◈Asirratti waantti hubatamu
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna. Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a.


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa




#Inbox
Maaloo naa Barbaadaa
Alamii Jabeessaa Rattaa jedhama Naqamteetti barachaa jira. Boqonnaaf maatii bira tureen gara barnootakoon osoo deebi'aa jiruu document Kaardii maatirikiikoo kutaa 10 hanga12 akkasumas  ragaa barnootaa adda addaan osoo gara bakkootti konkolaataan imalaarra jirruu daandii haratoof baakkoo gidduutti gaafa 20/6/2017 jechuun kamisa darbe waan na jalaa badeef namoonni argitan lakkoofsa bilbilaa gadi jiru kanarratti bilbilaa na beeksisaa.
Gatii dadhabbii nama naaf argee nan kaffallaa.

👉  +251954562725
Maaloo nuu barbaadaa ragaan barnootaa kun hundi dadhabbii ishee waggaa bara dheeraati.


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


🎴🚩ሚኒስቴሩ ወደውጭ ለሥራ የምልከው ሰው እያጠረኝ ነው አለ

▪️የሥራ እና ክህሎት ሚኒስቴር በዘረጋው የውጪ ሀገር የሥራ ስምሪት ገበያ ላይ ሂዶ ለመስራት ከሀገራት ከሚቀርበው ጥያቄ አንፃር፤ በከፍተኛ ሁኔታ የሚላኩ ዜጎች እጥረት መኖሩ ተገልጿል፡፡
ከመዳረሻ ሀገራት በኩል በርካታ የሰለጠነ የሰው ሀይል ጥያቄን ለኢትዮጵያ እንደሚቀርብ ለአሐዱ የገለጹት፤ በሚኒስቴሩ የሥራ ገበያ መረጃ ስርዓት ፕሮጀክት ፅ/ቤት ኃላፊ ብርሀኑ አለቃ ናቸው፡፡
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/ministry-of-labor-and-skills-march-02-25/

▪️Deadline: No Deadline


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

4.6k 0 61 10 22

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


#MoE

Eebbifamtoonni qormaata ba’iinsaa Waxabajjii 2017 fudhachuuf jiran waraqaa eenyummaa(National Id ) baafachuu qabu. - Ministeera Barnootaa

Eebbifamtoonni qormaata ba’iinsaa WAXABAJJII 2017 fudhachuuf jiran qormaata kana fudhachuuf waraqaa eenyummaa Dijaataa seera qabeessa ta’e (Faayidaa) qabaachuu akka qaban ministeerri barnootaa seekulaarii dhaabbile barnoota Olaanoof ergeen beeksiseera.

Kunis odeeffannoo barattoota bifa seera qabeessa ta’eefi qindaa’aa ta’een walitti qabuufi kuusuuf kan tajaajilu ta’uu ibsa Seekulaariin kun.

Haaluma kanaan barattoonni qormaata fuula dura jiruuf Waraqaa eenyummaa dijitaalaa kana dhaabbilee kennan adeemuun fudhachuufi of qopheessuun barbaachisaadha. Tikvah


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


#Self_Investment  is the greatest investment

“Believing and investing in yourself is the best way to shift your thinking from a paradigm of excuses to one of the solutions.” – Farshad Asl

Personal development increases your self-awareness, your self-esteem, increases your skills, and fulfills your aspirations.

- Wealth Growth 🌱
- Passive Income 💸
- Retirement Security 🏖️
- Financial Freedom 🗽
- Portfolio Diversification 🔆
- Beat Inflation 📈
- Tax Advantages 📁
- Long-Term Goals 🏹

Here are some benefits:

1. Invest in what you understand:
2. Focus on long-term value
3. Look for companies with strong competitive advantages
4. Practice patience and discipline
5. Value a company based on its intrinsic worth
6. Focus on cash flow and profitability
7. Diversify your income
8. Be patient during market downturns
9. Avoid excessive debt:
10. Continuously educate yourself

Don't wait, start investing today!

#Mindset #PersonalDevelopment

Galatoomaa
         Sanyii Guddataa

@segnigudeta @WABIISG


🎴Hijira Bank SC🎴

▪️Job Position 1 - Senior Customer Service Officer
▪️Job Position 2 - Customer Service Manager
▪️Job Position 3 - Branch Operation Supervisor
▪️Job Position 4 - Branch Manager I
▪️Job Position 5 - Lead, Financial Accounting & Reporting
▪️Job Position 6 - Senior, Branch Operation Officer
▪️Job Position 7 - Lead, Branch Operation
▪️Job Position 8 - Manager, Property Administration & General Service
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/hijira-bank-sc-feb-28-25/

▪️Deadline: March 10/25

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


🎴Siinqee Bank SC🎴

▪️Job Position 1 -  Branch Manager
▪️Job Position 2 -  Branch Manager-I
▪️Job Position 3 -  Branch Manager IV
▪️Job Position 4 -  Associate Architect-II
▪️Job Position 5 -  Senior credit information officer-I
▪️Job Position 6 -  Associate Contact Centre  Representative Officer-I
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/siinqee-bank-sc-march-01-25/

▪️Deadline: March 08/25


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


Giddugala Konveenshinii idil-addunyaa Addis (Addis International Convention Center)

- Lafa hektaara 40 irratti kan ijaarame.
- Galmoota walga'ii gurguddoo namoota kuma 3000 hanga 4000 qabachuu danda'an 2 fi galmoota giddu galeessaafi xixiqqaa ta'an 8 walumaa galatti namoota 10,000 galmoota keessummeessuu danda'an.
- Hoteelota kutaawwan ciisichaa hanga namoota 1000 keessummeessuu danda'an qaban 2.
- Bakkeewwan egzibiishinii hanga nama 50,000 keessummeessuu danda'an.

Walumaa galatti hojii ajaa'ibaati!


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


Waliif Qoodaa🙏
Harargee Lixaa
Barsiisota Barbaada
Baayyina:70+
Muuxannoo:0 year
Ogummaa: Digirii Jalqabaan;
👉Afaan Oromoo
👉Afaan Amaariffaa
👉 Afaan Ingiliffaa
👉Chemistry
👉Physics
👉Maths
👉 Biology
👉Civil
👉History
👉 Giography
👉HPE
👉ICT( Computer maintenanace and Networking, Veb Design and Dev't)
👉 Accounting and Finance
👉 Health Science (Nurse,Midwifery and related field)
👉Finishing Conistruction Works and Civil Engineering
👉Journalisim and Communication
Guyyaan Galmee: 21/6/2017-4/7/2017 tti dha
Bakki Galmee: Waajjira Barnootaa Godina Harargee Lixaa

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


🎴University of Bern Scholarship🎴

▪️University:University of Bern
▪️Degree level:Bachelor’s, Master’s, PhD
▪️Scholarship coverage:Fully Funded
▪️Eligible nationality:All Nationalities
▪️Award country: Switzerland
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/university-of-bern-scholarship/

▪️Deadline: Different


🎴Olij Breeding Ethiopia🎴

▪️Job Position - Human Resource officer
Education:A relevant Degree from a recognized university in the field of Human Resources, Business management
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/olij-breeding-ethiopia-march-01-25/

▪️Deadline: March 12/25


Nama keessa namni jira!.

👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

https://www.facebook.com/100070669717820/posts/661641186201533/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v


🎴Addis Finder Trading PLC🎴

▪️Job Position - Front End Software Developer
Education: Bachelor’s degree in Computer Science, Software Engineering, or a related field
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/addis-finder-trading-plc-march-01-25/

▪️Deadline: March 11/25




🎴Wegagen Bank SC🎴

▪️Job Position 1 - Sr. Branch Banking Auditor
▪️Job Position 2 - Branch Banking Auditor-I
▪️Job Position 3 - Branch Banking Auditor-II
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/wegagen-bank-sc-march-01-25/

▪️Deadline: March 06/25


🎴Siinqee Bank SC🎴

▪️Job Position 1 -  Branch Manager
▪️Job Position 2 -  Branch Manager-I
▪️Job Position 3 -  Branch Manager IV
▪️Job Position 4 -  Associate Architect-II
▪️Job Position 5 -  Senior credit information officer-I
▪️Job Position 6 -  Associate Contact Centre  Representative Officer-I
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/siinqee-bank-sc-march-01-25/

▪️Deadline: March 08/25


Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa
         Sanyii Guddataa


🎴ABTT Trading PLC🎴

▪️Job Position - Accountant

Education: Diploma/BA in accounting from recognized university
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/abtt-trading-plc-march-01-25/

▪️Deadline: March 07/25


🎴ZAMG Business PLC🎴

▪️Job Position - Senior Accountant
Education: Bsc in Accounting and Finance
▪️Find More Details here
          💧💧💧💧
 
https://kebenajobs.com/job/zamg-business-plc-march-1-25/

▪️Deadline: March 10/25

20 ta oxirgi post ko‘rsatilgan.